info@editorsguild.org

+251 11 855 0154

Yaa’ii kanarratti Miseensotasaa Naannolee jiran dabalatee miseensonni harki 2/3ffaa argamaniiru.
Yaa’iin Waliigalaa Waldaa Gulaaltota Itiyoophiyaas raawwii Piroojektootaa fi Faayinaansii bara 2014 waldichaa qoratee raggaaseera.
Kana malees, Seera Ittiin Bumaataa waldichaa sirriitti xiinxaluun fooyyeseera. Waldichi hanqinoota turan sirreessuun ciminoota isaa finiinsee akka ittifufus kallattii kaa’eera.